sulultapolytechniccollege@gmail.com +251118904024/+251118904020
News

Leenjii Interpireenarshipp Dargaggotaa Kutaa Magaalaa Sulultaatti Kennamaara

March 10, 2026
Featured Image
Leenjiin Intarpiranarshiippii Daldaltoota Kutaa Magaalaa Sulultaatti Kennamaara Leenjii Interpiriinarshiippii daldaltootaaf kennamu qoorqalbii Biizinasii isaanii guddisuun fayyadamummaa diinagdee isaanii baballisuun guddina olaanaa akka galmeessaniif Shoora guddaa qaba. Itti Gaafataman Paartii Badhaadhina Damee Kutaa Magaalaa Sulultaa Obbo Tasfaayee Hayiluu, Leenjiin Intarpiranarshiippii daldaltootaaf kennamu daldaltoonni barbaachisaadha. Interpiriinarshiippiin utubaa guddina diinagdee biyyaafi fooyya’iinsa jireenya hawaasaati,rakkoolee hawaasaa karaa haaraafi salphaa ta'een furuuf teeknooloojiifi mala haaraa uumuudha.Daldaltoonni leenjii kana fudhachuu jiranis, carraawwan mootummaan gadi buusetti fayyadamuun diinagdee ofii jijjiiruun, biyya jijjiiruu qabu jedhan. Leenjiin kunis guyyoota sadiif daldaltoota kutaa magaalichaaf mata dureewwan adda addarratti kan kennamuudha. Odeeffannoo dabalataaf ➺Facebook:https://www.facebook.com/kominikeeshinii.kutaa.magaala.sulultaa ➺Telegram: https://t.me/sulultasubcitycommunication ➺ WhatsApp : https ://chat.whatsapp.com/LwShMdTUcbV6OyFBGb7MLu ➺Tiktok:https://vm.tiktok.com/ZMSkvrV

Media Gallery